top of page
Search

Leenjii kompiitaraa

Updated: Jun 29















Leenjii kompiitaraa


Beekumsa kompitaraa/IT foyyeessuu barbaadu?


yeroon kan teeknoloojitti,Ofiffiis ta'ee ijoollee keessanniif gatii gadii bu'aan isiini qophaa'ee kana fudhadhaa.


Leenjichii karaa olaayinnittin ykn qaaman argamun kan kenamu yoo ta'uu PC/Laptop/Tablet/Smartphone osoo qabaatan ni filatama.


Barumsichii Ijooleedhaaf (kutaa 1-8) akkaataa sadarkaa isaanittin kaarikulami qophaa'ee bu'uura godhachuun akkasumas dargaggootaa fi ga'eesootaaf leenjii kompitara mata duree barbaadan irratti nikenama. Leenjichii dargagootaa fi ga'eessootaaf ji'a 2-3 fudhata.Ijoolleedhaaf ji'a 3-6 fudhachuu danda'aa.  Barumsi shaakallii yeroon itti kenamu Wixata -Jimaata galgala sa'aattii 11-1 tti yoo ta'u sanbata duraa fi Dilbata dabalte ni kenama. Akkasumas leenjiin gannaa addaa daaimman fi dargaggoof qophaa'eera.


Barumsichi vidiyoo qaba. barumsi barreefaman maxxanfame ni kenama.Waraqaan ragaa hirmaana ni kenama.


Kaffalttiiin Ji'aan ijoolleedhaaf( kutaa 1-8) qarshii 300 hanga 500 akkaataa sadarkaa barumsa isaanittiin akkasumas dargaggootaa fi Ga'eessootaaf qarshii 500 hanga 1,000 akkaataa barumsaattin ta'aa.


Vidiyoo seensaaf ta'uu kana gaditti dhagefadha

.




Paper Bag/ፔፐር ባግ/የወረቀት ዘንቢል
ETB 20.00
Buy Now
ባለ 4 አፖል ሶላር Solar Energy panel
ETB 7,000.00
Buy Now

 
 
 

Comments


Post: Blog2 Post

Itoophiyaa

abateshawel@gmail.com irraa argattu

+251910104773 irratti kan dhiyaate

Subscribe Form

Thanks for submitting!

©adiheni 2025 irratti kan argamu

  • Facebook
  • Telegram
  • Twitter
  • LinkedIn
  • Youtube
bottom of page