የኮንፒተር ስልጠና Leenjii kompiitaraa
- Adiheni multimedia provisions

- Oct 6, 2025
- 2 min read
Updated: Jul 12

የኮንፒተር ስልጠና
የኮንፒተር/ IT እውቀቶን ለማሻሻል ይፍልጋሉ? በርግጥም ጊዜው የቴክኖሎጂ ነው፣ ለርሶም ሆነ ለልጆች በቅናሽ ዋጋ የተዘጋጀውን ይህን ስልጠና ይውሰዱ፡፡
ስልጠናው በኦላይን እንዲሁም በአካል ተገኝቶ በሚወሰድ የተግባር ት/ም የተደገፈ ሲሆን PC/Laptop/Tablet/Smartphone ቢኖሮት ይመረጣል፡፡
ትምህርቱ ለልጆች (1 - 8 ክፍል) እንደ ክፍል ደረጃቸው በተዘጋጀው ካሪኩለም መሰረት እንዲሁም ለወጣቶችና አዋቂዎች በመረጡት የኮንፒተር ኮርስ መሰረት ይሰጣል፡፡ ለወጣቶችና አዋቂዎች ትምህርቱ ከ 2 - 3 ወር ሲወስድ ለልጆች ደግሞ እንደ ትምህርት አወሳሰዳቸውና ካሪኩለሙ ከ 3 - 6 ወር ሊፈጅ ይችላል፡፡ የተግባር ት/ም የሚሰጥበት ሰዓት፦ ከሰኞ - አርብ ከምሽቱ 11 - 1 ሰዓት ሲሆን እንዲሁም ቅዳሜና እሁድን ጨምሮ ይሰጣል፡፡ እንዲሁም ልዩ የክረምት ስልጠና ለልጆችና ወጣቶች ተዘጋጅቷል፡፡
ትምህርቱ በቪዲዮ የተደገፈ ሲሆን ትምህርቱን የያዘ ፅሁፍም ታትሞ ይሰጣል፡፡ የተሳትፎ ሰርተፊኬት ይሰጣል፡፡
ዋጋ፦ በወር ለልጆች (1 - 8 ክፍል) _ ከ300 ብር እስከ 500 ብር እንደ ክፍል ደረጃቸው እንዲሁም
ለወጣቶችና አዋቂዎች _ ከ500 ብር እስከ 1000 ብር እንደ ኮርሱ ዓይነት ይሆናል፡፡
የመግቢያ ቪዲዮውን ከስር ይመልከቱ
Leenjii kompiitaraa
Beekumsa kompitaraa/IT foyyeessuu barbaadu?
yeroon kan teeknoloojitti,Ofiffiis ta'ee ijoollee keessanniif gatii gadii bu'aan isiini qophaa'ee kana fudhadhaa.
Leenjichii karaa olaayinnittin ykn qaaman argamun kan kenamu yoo ta'uu PC/Laptop/Tablet/Smartphone osoo qabaatan ni filatama.
Barumsichii Ijooleedhaaf (kutaa 1-8) akkaataa sadarkaa isaanittin kaarikulami qophaa'ee bu'uura godhachuun akkasumas dargaggootaa fi ga'eesootaaf leenjii kompitara mata duree barbaadan irratti nikenama. Leenjichii dargagootaa fi ga'eessootaaf ji'a 2-3 fudhata.Ijoolleedhaaf ji'a 3-6 fudhachuu danda'aa. Barumsi shaakallii yeroon itti kenamu Wixata -Jimaata galgala sa'aattii 11-1 tti yoo ta'u sanbata duraa fi Dilbata dabalte ni kenama. Akkasumas leenjiin gannaa addaa daaimman fi dargaggoof qophaa'eera.
Barumsichi vidiyoo qaba. barumsi barreefaman maxxanfame ni kenama.Waraqaan ragaa hirmaana ni kenama.
Kaffalttiiin Ji'aan ijoolleedhaaf( kutaa 1-8) qarshii 300 hanga 500 akkaataa sadarkaa barumsa isaanittiin akkasumas dargaggootaa fi Ga'eessootaaf qarshii 500 hanga 1,000 akkaataa barumsaattin ta'aa.
Vidiyoo seensaaf ta'uu kana gaditti dhagefadha
.



Comments